SBS Afaan Oromoo cover art

SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

Written by: SBS
Listen for free

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.Copyright 2026, Special Broadcasting Services Politics & Government
Episodes
  • Jijjiirama tajaajila Afaanota Australia irratti SBS gamaaggama haaraa taasisa- Maree
    Oct 21 2026
    Kanneen Afaan lama dubbattan fi maatiin godaantotaa hedduun sagantaa radio Afaan SBS dhaggeeffachuudhaan waan wal qabatu yaadannoo dhuunfaa ofii isaanii ni qabu. Sagantaan kun waggoota dabraniif babal’achaa fi guddachaa deemee jira. Amma yeroon tajaajila kennaa tureen jijjiirama hawaasa keessatti calaqisaa jiru, Australia ammayoofteef maal akka barbaachisu ilaalchisee Tajaajila Afaanii Gulaaluu ilaaluuf of qopheessuu bira gahamee jira. Gamaaggamni kun ummata ni marihachiisa. Itti-bahi gulaallii kanaas waggaa dhufu baatii Fulbaanaa keessa labsama. Mareen ummataaf banaa dha.
    Show More Show Less
    7 mins
  • How can we stop domestic violence at the start? - Akkamiin dursanii jeequmsa mana keessaa ittisu?
    Oct 21 2026
    How can we help raise children to be respectful partners when social media has such a strong influence? Learn how to talk to young people and encourage open conversations to ensure that we end gender-based violence. - Saba himaalee dhiibbaa hamaa geessisaa jiru kana keessatti ijoolleen karaa itti maatii gaarii ijaarratani irrattti akkamiin guddisuu dandeenya? Dargaggoota waliin iftoominaan akka itti dubbattanii fi waliin maree jajjabeessitanii jeequmsa mana keessaa saala irratti hundaa'etti xumura akka itti goodhtan baradhaa.
    Show More Show Less
    18 mins
  • How laws change, and why it takes time | How Australia Works - Seerri akkamitti jijjiirama, maaliifis yeroo fudhata /Akka itti Jireenya Australia
    Oct 19 2026
    How do laws change in Australia? Through Rodney Croome’s campaigns for human rights and marriage equality, learn how personal stories, community action, courts and parliament can help change the law, and why the process can take time. - Australia keessatti seerri akkamitti jijjiirama?Duula mirga namoomaa fi walqixxummaaf Rodney Croome taasiseen, seenaan dhuunfaa, akkamitti tarkaanfiin hawaasaa, manneen murtii fi paarlaamaa seera jijjiiruuf gargaaruu akka danda'u, akkasumas adeemsichi maaliif yeroo fudhachuu akka danda'u baradhu.

    How Australia Works is an SBS podcast that uses real stories and clear explanations to help you understand how government work in Australia, how laws are made and changed, and how you can have a say. Listen to the series and find shorter versions in 60 languages on the How Australia Works main page. - Akka itti jireenya Australia kan jedhu poodkastii SBS, seenaa dhugaa fi ibsa ifaa fayyadamee Australia keessatti akkaataa itti mootummaan hojjetu hubachuuf isin gargaara, akkasumas akkamitti akka seerri bahu fi jijjiiramu, isinis keessatti yaada akkamitti akka kennattan hubachuuf isin gargaara. Qophiilee wal duraa duubaan afaanota 60n qophaawan fuula isa jalqabaa Akka itti jireenya Australia ( How Australia Works main page) irraa dhaggeeffadhaa.
    Show More Show Less
    6 mins
adbl_web_anon_alc_button_suppression_t1
No reviews yet